Abjuun kee akka abjuu ta’e hin hafnee

Kayyoon koo.
Dhaloonni ilaalcha gaarii qabu barsiisuuf, leenjisuu fi fakkeenya ta’e jiraachuu dha @Taariikkoo
Hojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul’ata dhokataa uuman kee si keessa kaa’e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha.  Mul’ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul’ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha. Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!” Wiiliyaam Jeemsi
Misooma sammuu kee irratti hojachuuf itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.
Mul’anni kee baay’ee gati jabeessadha Jireenya kee kessatti mul’anni ati baastee ittin hin hojjenne addunyaaf bu’aa hin qabu. Dhaloota kana fayyadu isa ati baastee ittiin hojjette qofadha.Daandiin (Mul’anni) Chaanaalii kanaa [Beekumsa Walii-galaa yoo ta’u galmi isaa immoo milkaa’ina.
Channel kana irraatti Beekumsa Wali-galaatu Balballooma.
👉@Taariikkoo

Published by Taariik Abubaker

First of all my name is Tariq Abubakar I live in Hararge East Fadis village Gobboo my citizenship is Ethiopia My job is to be a student and since I am a student I am ready to do all the things I believe are useful for me!!

One thought on “Abjuun kee akka abjuu ta’e hin hafnee

Leave a comment

Design a site like this with WordPress.com
Get started