Mootummaan akka mootummaatti Oomisha JIMAA Dhabamsiisuuf karoorfachuu isaatiif Maxxansa bara kanaa kan Waajjira Qonnaa Godina Harargee Bahaa fi Waajjira Qonnaa Godina Harargee Lixaa qofa laaluun nama qalbii qabuuf gahaadha.✊
Waajjira Bulchinsa Harargee Bahaa fi Waajjira Bulchinsa Godina Hararge Lixaa kan Ummanni isaanii harki dhibbi(100%) Oomisha Jimaatiin jiraatu karaa Miidiyaa Hawaasummaatiin guyyaa tokkollee osoo dhimma JIMAA hin maxxansin, Miidiyaa Dijitaalaa kanneen akka OBN Afaan Oromoo tii fi Miidiyaa Hawaasummaatiiniis dhimmuma Qamadii qofa maxxansuun isaanii: Oomisha Jimaa beekkamtii dhoorkachuun akka waan Oomisha ummataa hin tahiniitti laaluu isaaniiti namatti agarsiisa.😠
Fakkeenyaaf: Aanota Godina Harargee Bahaa hunda bifa nama jechisiisuun Aanota OOMISHA JIMAA tiin beekkaman kanneen akka Aanaa Haramaayaa, Aanaa Kombolchaa, Aanaa Jaarsoo, Aanaa Qarsaa, Aanaa Gooro Guutuu, Aanaa Malkaa Balloo, Aanaa Gursum, Aanaa Miidhagaa, Aanota Gaara Mullataatii fi kkf hunda kheeysatti Jallisiin Qamadii Misoomsutti akka jiran guyyaa guyyaan gabaasuu itti fufaniiti jiran.
Akka mootummaatti Oomisha silaa Ummanni ittiin jiraatu dhiisanii, Oomisha biraa gabaasuu fi irratti hojjachuun Oomisha ummataa kan beekkamtii dhoorkatan san Dhabamsiisuuf akka tahe hubachuu dhabanii, waan biraatiifi ja’anii yaaduun “Ija Gaara duubatti waa firraan garre, Tan mutaan if kheeysaa guuran” san qabaachuudha.🙄
Mee waajjiraalee armaan gadii kana jala deemaatii waan isaan gabaasan laalaa👇
Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Kombolcha
Waajjira Komunikeeshinii Aanaa Haramaayaa
Waajjira Koomnikeeshinii Aanaa Dadar
Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Qumbii
Waajjira Kominikeeshinii Harargee Bahaa
Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Qumbii
Waajjira Kominikeeshinii Magaalaa Baddessaa
Waajjira Komunikeeshinii Aanaa Baabbilee
Waajjira Koominikeeshinii Aanaa Gola Odaa
Waajjira Kominikeeshinii A/Baabbilee
Waajjira Komunikeeshinii Aanaa Fadis
Waajjira Kominikeeshinii Aanaa Qarsaa
WAAJJIRA KOOMINIKEESHINII AANAA GOOROO MUXII
Koomiiniikeeshinii Magaalaa Awwadaay
Waajjira Kominikeeshinii Aanaa malkaa Bal’oo
Kominikeeshinii Aanaa Gurawa
Koominikeshinii Aanaa Ejersa Gooroo
Kominikeeshinii Aanaa Miidhagaa Tolaa
Komunikeeshinii Aanaa Mayyuu Muluqqee
Kominikeeshinii Aanaa Ciroo
Kominikeeshinii Aanaa Odaa Bultum
Kominikeeshinii Aanaa Gooroo
Kominikeeshinii Harargee Lixaa
Waajjiira Komunikeeshinii Aanaa Meettaa
An tanaafiin OOMISHA JIMAA DHOOYSUU FI WAAKKACHUUN, OOMISHA JIMAA DHABAMSIISUUN addatti hin laalamtu ja’a.🧐
Mee isin hoo mootummaan waggatti yeroo takka dhimma JIMAA hin dubbanne akkamitti JIMAA DHABAMSIISUUF karoora hin qabu jettanii yaaddan❓🤔
Mee screenshot armaan gadii kana laalaatii murteeysaa.‼️
Karoorri dhokhataan JIMAA Dhabamsiisuudha.✍
FEF-Forum Amajjii 16,2023. Finfinnee
https://t.me/fugugeconomicforumJIMAA DHABAMSIISUUDHA🥱